
Advertise on podcast: SBS Afaan Oromoo
This podcast has
202 episodes
Language
EnglishPublisher
SBSExplicit
No
Date created
2023/09/28
Latest episode
2026/02/04
Average duration
13 min.
Release period
5 days
Description
Oduun bilisaa fi seenaa, sagalee SBS irraa, jireenya Austraaliyaa keessaa waliinii fi hawwasa Oromoo Austraaliyaan walitti si hidha.
Unlock SBS Afaan Oromoo podcast Email contact info,
Listeners & Audience details
Email contact information
Direct podcast contact details

Listeners
Audience numbers & engagement insights

Audience details
Podcast Insights

Podcast episodes
Check latest episodes from SBS Afaan Oromoo podcast
Gather and celebrate: Talking over a BBQ (Med) - Walitti kottaa walii ayyaaneffadhaa: BBQ waliinii(giddu gala afaanii)-Learn English
2026/02/04
Learn how to describe cooking at a barbecue. - Bakka BBQ yeroo deemtan akkaataa nyaata itti bilcheeffattan irraa dubbadhaa. Waliin dubbatnaan bakka akkasii afaan fooyyeffachuuf nama gargaara.
What actually happened on January 26? - Dhugumatti Amajjii 26 maaltu tahe? - Australia Explained
2026/02/04
January 26 is one of the most debated dates in Australia’s history. Often described as the nation’s birthday, the day marks neither the formal founding of the colony nor the creation of the Commonwealth. Instead, it reflects a layered history shaped by colonisation, political decisions, and ongoing First Nations resistance. Understanding what actually happened on January 26 reveals why the date is experienced so differently across the country. - Amajjii 26 seenaa Australia keessatti guyyoota falmisiisaa ta’an keessaa isa tokko. Yeroo hedduu guyyaa dhalootaa sabaa jedhamee kan ibsamu guyyaan kun hundeeffamuu sirna koloniis ta’e uumamuu Commonwealth kan agarsiisu miti. iddoo isaa garuu, tartiiba seenaa koloneeffannaadhaan, murtii siyaasaa fi diddaa Saboota Duraa itti fufee jiruun bocamuu calaqqisiisa. Waan qabatamaan Amajjii 26 ta'e hubachuun guyyaan kun maaliif guutuu biyyattiitti keessatti haalli addaa akka callaqqisu mul'sa.
Gaafatama keenya baanee dhalootatti dabarsina- Amaan Badhaasoo fi Jamaal Muusaa
2026/01/28
Oromo week , Kubbaa miilaa, uttaalchoo, fi taphoota adda addaa kan of keessatti qabu ture jedhu Amaan Badhaasoo fi Jamaal Muusaa. Tapha fi qophii guyyaa shaniif turee irratti gargaarsii fi deggersi hawaasa keenyaa keessattuu harmooliin dadhabbii tokkoon malee nu bira dhaabbatan, galata qabu jedhu Jamaal fi Amaan.
How to cater for your dietary restrictions - Allergy nyaataa ilaalchisee waan gochuu qabdan- Australia Explained
2026/01/28
Australia is known as the allergy capital of the world. Our diverse population also means that we express our religious beliefs, ethics, health and personal choices through the food we eat. We called on some experts to help us navigate all the labelling, certifications and resources that can inform our food choices. - Austraaliyaan biyyatti gudditti Adduynaa irratti alarjiin beekamtu dha. Haguma ummanni biyyattii duubbee aadaa danuu irraa tahe namooti amantaa, naamusa jireenyaa, fedha fayyaa isaanii fi filatnoo dhuunfaa karaa nyaata isaanii mul’isu. Namootni waan nyaata irratti barreeffame ykn maxxanfame dubbisanii akka hubataniif ogeessitootni qajeelchaa qaban akka qoodan taasisneerra.
#102 Getting organised (Med) - #102 Qophaa'ummaa(giddu gala Afaanii) - Learn English
2026/01/21
Learn practical English phrases for getting organised and managing daily tasks, including planning ahead, meeting deadlines, and staying on top of responsibilities. - Dursanii karoorfachuu, yerootti hojii raawwachuuu fi mata duree itti gaafatamummaa marihachuu irratti of qabuu kkf dabaltee hojii hedduu guyya guyyaa qophaa'ummaa barbaadu kan ibsan jechoota qabatamoo afaan Inglishii baradhaa.
What are Australia’s fishing laws and rules? - Qurxummii qabuu ilaalchisee seerri fi duudhaan Australia maal? - Australia Explained
2026/01/21
Thinking of going fishing in Australia? Make sure you are familiar with local regulations, including licensing systems, closed seasons, size limits, permitted gear, and protected species. - Australia keessatti yaada qurxummii qabachuu deemuu qabduu? Ehama argachuu fi yeroo naannichi itti cufamu, guddina qurxummii qabamuu, meeshaa ehamamu fi kununsa qurxummii dabalatee seera naannoo beekuu keessan mirkaneeffadhaa.
Bonus Practice: #101 Having a laugh (Med) - Itti dabala : #101 Kofluu(giddu gala afaanii) - Learn English
2026/01/14
Practise speaking the dialogue from episode #101 Having a laugh (Med) - Qophii dabretti dabala #101 dhaggeeffadhaa, waliin dubbatnaa shaakaltuu. Waliin dubbannaa kana caqasuu keessatti hedduu afaan fooyyeffattu. Qophiin kun caalaatti kan kaayyeffate namootni haasawa namoota gara garaa gidduu deemuu kana dhaggeeffachuun jechoota haaraa, akkaataa itti waa dubbatanii fi gaafatan irraa baratu.
How to cope during a heatwave in Australia - Yeroo Labooba ho'aa Australia keessaa akkamiin dandamattu - Australia Explained
2026/01/14
Summer in Australia can be very hot, and as our climate continues to warm, heatwaves are expected to become more frequent and more intense. In this episode of Australia Explained, we cover what a heatwave is, why they pose such a significant risk to human health, who is at most risk, and how to best prepare to cope with a heatwave. - Bonni Australiaa keessatti hedduu ho’aa ta’uu kan danda’u yoo ta’u, qilleensi keenya ho’uu itti fufee waan jiruuf, laboobi ho'aa baayyee fi cimaa ta’a jedhamee eegama. Qophii Australia ibsuu jedhu kana keessatti, laboobi ho’aa maal akka ta’e, maaliif fayyaa namaa irratti balaa guddaa akka geessisan, eenyutu balaa guddaa kanaaf saaxilamuu akka malu, akkasumas akkamitti akka gaariitti labooba ho’aa kana irraa dandamachuuf qophaa’uu akka danda’amu ilaalla.
#101 Having a laugh (Med) - #101 Kofluu ( giddu gala afaanii) - Learn English
2026/01/09
Learn how to talk about things that make you laugh. Practise phrases that help you share stories, react to jokes, and enjoy conversations more. - Wanneen nama kofalchiisan irraa dubbachuun kofluu fi bhaaruu. Jechoota qophii kana keessatti dhageessan shaakaluun seenaa ofii ykn qoosaa walii qooduun waliin dubbannaa gaarii qabaadhaa. Waliin haasawa akkasii keessa afaan inglishiis fooyyeffachuuf gargaara.
From black tie to casual: How to decode dress codes - Sirna uffatnaa yeroo yaamichaa - Australia Explained
2026/01/09
You’ve received an invitation that reads “Dress code: Cocktail attire”. What is this ‘code’? And more importantly, what will you wear? In this episode, we demystify the most common dress codes so that you can feel comfortable at any event. - Waamicha waamamtanii dress code ykn gosti uffatnaa: Coktail attire”jedha. Kodiin ykn gosti kun maal? Irra caalaatti iyyuu ammo maal uffachuu qabdan? Uffatnaan aadaa keenya akka jirutti tahee, mee seera uffannaa hedduu beekamoo tahan ibsuu yaalla, qophicha irratti of qopheessitanii akka deemtaniif.
Relax and enjoy: Talking about movies - SBS LearnEnglish Bashannanaa gammadaa: Waa'ee Movie irraa dubbachuu- Learn english
2025/12/17
Learn useful phrases to talk about movies and going to the cinema. - Hiriyoota keessan waliin yeroo boqonnaatti mana cinema deemtanii movie ilaaluun bohaaruu dandeessu. Yeroo waliin bashannantanitti jechoota afaan inglishee baruu qabdan hedduu barattu.
From Mabo to modern Australia: the ongoing story of native title - Seenaa abbummaa dachee itti fufee jiruuf Maboo irraa gara Australia ammayyooftee- Auatralia Explained
2025/12/17
Australia is known around the world for its rich and diverse First Nations cultures. But when it comes to native title and land rights, you might still wonder what they actually mean. Discover what native title means in Australia, how it began with the Mabo Case, what the Native Title Act does, and why it matters for all Australians. - Biyyi Australia aadaa Saboota Jalqabaa badhaadhaa fi adda adda qabaachuun addunyaa guutuutti beekamti. Garuu gara abbummaa dachee fi mirga Dachee gaafa ilaallu, amma illee hiikaa isaa akka ati gaafattu si taasisa. Egaa abbummaan dachee maal? Akkamiin dhimma Maboo waliin eegale? Seerri abbummaa dachee maal hojjeta, akkasumas maaliif lammiilee Australia hundaaf barbaachisaa tahe?
Bonus Practice: #100 More or less? Talking about quantities - SBS Learn English: #100 Caaluu moo xiqqaa? Waa'ee lakkoofsaa heddummachuu dubbanna
2025/12/10
Practise speaking the dialogue from episode #100 More or less? Talking about quantities - Wal mormii haasawaa , dabala shaakalaa qophii #100 irratti dabre irraa dubbannaa shaakaltu. Caaluu moo xiqqaa? jechuun wal gaafachuun waa'ee lakkoofsaan heddummachuu dubbanna
A parent’s guide to help teens adjust to social media age restrictions - Uggurrii midiyaa hawaasaatti akka madaqan qajeelfama maatiin ittiin ijoollee gargaaran - Australia Explained
2025/12/10
Australia is restricting access to social media accounts for under-16s, and many families are wondering what it means in practice. While the rules place responsibility on tech platforms rather than young people or their parents, the changes may still create stress for teens who rely on social media to stay connected. Find out how the ban will work, why connection still matters, and how experts suggest supporting young people through the transition. - Austraaliyaan daa’imman umuriin isaanii waggaa 16 gadii akkaawuntii miidiyaa hawaasaa akka hin fayyadamne daangeessaa kan jirtu yoo ta’u, maatiin hedduun qabatamaan maal jechuu akka ta’e gaafachaa jiru. Seerri kun itti gaafatamummaa dargaggoota ykn warra isaanii osoo hin taane waltajjiiwwan teeknooloojii irra kaa'a. Jijjiiramni kun amma illee dargaggoota umrii kurnanii keessa jiran kanneen miidiyaa hawaasaa irratti hirkatanii walitti dhufeenya qabaachuuf dhiphina uumuu danda'a. Uggurri kun akkamitti akka hojjetu, walitti hidhamiinsi amma illee maaliif akka barbaachisaa ta’ee fi ogeeyyiin akkamitti dargaggoota ce’umsa kanaan akka deeggaran yaada kennantu ibsama.
#100 More or less? Talking about quantities - SBS Learn English Bonus #100 Caaluu moo xiqqaa? Waa'ee lakkoofsaa heddummachuu dubbanna
2025/12/03
Learn how to talk about amounts and quantities in everyday English. - Afaan Inglishii guyya guyyaa dubbannu keessatti waa'e heddumminaa ykn waa lakkoofsaan ol ka'uu ykn xiqqaa tahuu irraa dubbachuun afaan fooyyeffachuu danda'ama.
Podcast reviews
Read SBS Afaan Oromoo podcast reviews
Podcast sponsorship advertising
Start advertising on SBS Afaan Oromoo relevant audience podcasts
You may also like to advertise on these Podcasts

4.4371061566
The Megyn Kelly Show
SiriusXM

4.888901269
Fearless with Jason Whitlock
Blaze Podcast Network

4.8118931000
Mind Pump: Raw Fitness Truth
Sal Di Stefano, Adam Schafer, Justin Andrews, Doug Egge

4.8102131585
Tara Brach
Tara Brach

4.541561215
Something You Should Know
Mike Carruthers | OmniCast Media

4.513841343
Strictly Anonymous Confessions
Kathy Kay

4.8292781897
Fantasy Footballers - Fantasy Football Podcast
Fantasy Football

4.62382612
Football Weekly
The Guardian

4.45387666
Two Judgey Girls
Two Judgey Girls

3.8258501152
The Viall Files
Nick Viall