1546623589
ILMAORMAA

Advertise on podcast: ILMAORMAA

Rating
★★★★★
5
from
11 reviews
This podcast has
297 episodes
Language
English
Publisher
Ilmaormaa
Explicit
No
Date created
2020/12/28
Latest episode
2026/08/31
Average duration
51 min.
Release period
4 days

Description

Hangafa pōdkāstī Afān Oromo ! Ashamaa!! Waltajjii dhuunfaafi Bilisatti Baga Nagaan Dhuftan! As-gubbaat Seenaa, Aadaa, "Sustainable Development" , Teknoolojii, Siyaasaafi Barruulee adda-addaa dubbisneerraa; keessummaa affeerre woliin kabajaafi walabummaan yaada jijjiirranne baabsaa tokko malee raabsina. Dhihaadhaa!! Teessoon: Telegram( t.me/podcast_ilmaormaa)

Unlock ILMAORMAA podcast Email contact info,
Listeners & Audience details

Email contact information

Direct podcast contact details

Listeners

Audience numbers & engagement insights

Audience details

Podcast Insights

Podcast episodes

Check latest episodes from ILMAORMAA podcast


Ep. 301 Seenaa Keniyaat Ajeefamuu, Hidhamuufi Darbamu Hogganoota Oromo - J. Adam Kabira | Kutaa 2ffaa| 19 Jun 2026
2026/08/31
Kurfii lamaffaa kana gubbaatti Jaal Adam Kabiiraan gama biyya Saa'udiyaatti erga taakke kaasee, achirraa Somaleetti, Somaleerraa gama Keniyaa keessatti haala keessa qaxxaamure yaadata. Biyyoota kana keessatti waan isa mudate, qabsaawoota waliin ture, haala qabsaawootni keessa turan, jireenya hawaasa Oromofi seenaa guguddoo takka-takkaan nuun qooddata.Dhihaadhaa!!
Ep. 300 Oromoon "Eessaa Kaanee, As Geenye? " Seenaa J. Adam Kabira Wajjin | Kutaa 1 | 13 Jun 2026
2026/08/24
Kurfii duraa kana gubbaatti, Jaal Adam Kabiiraan gaaffii "Oromoon Eessaa Ka'anii As-gahan?" gaaffii jattuu deebisuuf, jiruu-jireenya ummmata Oromo ganda itti dhalateerraa eegalee, sochii qonnaan bultoota bara mootumaa DARGUfii achiin duubas taateewwan qabsoofi qabsaawoota biyya Somalee keessatti mudatan nuun qooddata.Dhihaadhaa!
Ep. 299 Sirni Sab-daneessaa Waggaa Shanan As-Deemu Keessatti Qormaata Jabaaf Saaxilamuu Hinoolu |
2026/08/17
Qophii kana gubbaatti,Filmaata PPn qopheessiteef jaarmayaalee fi namoota dhuunfaan naannoo Oromiyaa, Dire Dawaafi Shaggar keessatti dorgomoof deeman irraa odeeffanna. PPn waggaa shanan as-deeman keessatti kaayyoo isii bakkaan gahuuf waan isiin dalaguuf jiraatturraa gabaabsaan eerra.Dhihaadhaa!!
Ep. 298 Dooqaafi Looti Abbootiin Qoroo Afriikaa Mararfattu Guureefii Dhaqee Naayiroobitti Wolargan | 15 May 2026
2026/08/13
Qophii kana gubbaatti; Jilli mootummaa Itoophiyaa Ziyaaraaf Ameerikaa dhaqan,Mormitootni Mootummaa Itoophiyaa hagoon "Port Sudan"itti walargan,UN waajjira Naayiroobi qabdu babbalisaa jirti,Faransaa Matootii Afrikaanoota Naayiroobitti walitti rarte,Gurmuuleen mirga dhala namaaf falman kan biyya Ingiliiziifi Ameerikaa, warra Abu Dhabiirraati qiyyaafannoo isaanii jabeessan gabaasaalee jadhaniifi qabxiilee kanaa waliin hidhata qaban kabiraarraa yaada dhuunfaa waliin qooddanna.Dhihaadhaa!!
Ep. 297 Mirgoota Goonfachuun, Mirgootni Goonfataman Bubbulee Shasharafamuufi Sarbamuunis Numa Jira | 9 May 2026
2026/08/10
Qophii gabaabdu kana keessatti waahee mirgaafi mirga goonfatan dhabuu seettii waliin qooddanna.Dhihaadhaa
Ep. 296 Imaraatiin "Humna Ajjeechaa Qaxaruun Bobbaastee" Mana Murtii Ameerikaatti Hiimatamte | 2 May 2026
2026/08/06
Qophii kana keessatti, Qooda mootummaan Imaraatii dantaa warra Masrii, Libiyaafi Yamanii keessa seenuun hameenya dalagde jadhamee hamatamtuu:humna waraana dhuunfa warri Imaraatiin kafaltiin bobbaasuun hogganoota siyaasaafi amantii Yaman keessatti ajjeesiisaa turuun himannaan manneen murtii Ameerikaa keessatti itti dhihaate,Dhalootaaa Palastiin fi hoggana isaani kan ture booda garuu warri Imaraatii hojii siyaasaa gara-garaatti bobbaasaan jadhamee kan shakkamurraa gabaabsa fi wkf hedduu!Dhihaadhaa!
Ep. 295 PP-ኢሕአዲግ Bara-Aangoorra Turtu Dheeraffachuuf Fakkeessii-Filmaataa Qopheeffatte | 25 Apr 2026
2026/08/03
Kurfii kana gubbaatti, filmaata bara June 2026 Itiyoophiyaa keessatti gaggeeffamuuf deemurraa qooda fudhachuuf dhaabbilee Siyaasaa hiriira galaniifi waahee mirgaarraa yaada gaggabaabaa.Dhihaadhaa!
Ep. 294 Ameerikaan Miiza Marii Gubbaattis Warra Iiraan Jilbeenfachiisu Dadhabdee Adda Galan | 12 Apr 2026
2026/07/30
Mariin Ameerikaa-Iiraan Jidduu Islamabaditti gaggeefamaa ture hongahe.Dhihaadhaa!
Ep.293 Iiraan Warra Ameerika, Israa'eel, Imaraati, Sa'udiyaafi Kuweet Irra Aante Fakkaata - AMMAAF | 8 Apr 2026
2026/07/27
Qophii gabaabdu kana keessatti lola Iiraan irratti gaggeefma tureefi araara torban lamaaf godhamterran isniif gabaasa.Dhihaadhaa!
Ep. 292 Warri Ameerikaa, Lola Amantii(Faith War) Gaggeessaa Jirraa, Masaraa Keessaa Lallaban | 5 Apr 2026
2026/07/23
Qophii kana keessatti: Warri " Evangelical" Ameerikaa, masaraa mootummaa keessatti waraanni Ameerikaa Lola Amantii gaggeesaa akka jiruufi Presidaant Trump fakkii Yesu Kirstoos tahuu lallaban,Lammiin Shiinaa Warri Iiraan Xayyaara lolaa kan Amerikaafi Israa'el mala itti dhahuu dandahan akeekan,Presidaantiin Faransaay "Irreen biyya namaa weeraruun furmaata" hinfidu jadha,Warri UK, gurmuu mootummoota Hormuziin banuuf fedhii qaban ijaaruuf yaalii godhaa jiran . Gabaasa kanneeniifii kabiraa ijoo tahan isiniif kurfeesseen jira.Dhihaadhaa!
Ep. 291 "Muummeen Kaayyoo Keenyaa, Wol-dhaqiinsa" Jadhu Warri Lola Eegale. Eenyutu Dhugeeffataan? | 1 Apr 2026
2026/07/20
Qophii kana gubbaat,Taateewwan ijoo guyyoota muraasa dabran keessatti aduunyaafi Gaanfa Afrikaa keessatti mumullatan irraa waliin qooddanna.Dhihaadhaa!!
Ep.290 Ameerikaa-Isra'eel Araba Wojjin Gamtaan Itti Duulanii Cabsuu Dadhabanii - Ammaaf? | 28 Mar 2026
2026/07/16
Kurfii kana gubbaatti: Lolaafi olola Ameerikaa-Israael biyya Iiraan irratti ofaa jiran,Haal-Duree araaraaf Iiraan qopheessite,Hormuuz keessa hulluuquu warra fedhuuf sirna Iiraan labsite,Iyyannaa waajjira mirga dhala namaatti (UNHRC) Iiraan kaleeffatte,Ibsa Jarmayaa ABO-WBO Biyya Alaa baase,Waladhabbi warra Somaalee jidduu deemaa jiruufi odeessa ijoo tahan kanneen biraas isinii qopheessen jira.Dhihaadhaa!
Ep .289 Olola Mootummaan Haayila Silaasee, Mootummaa Musliimoota Jimmaa Diiguuf Ofaa Ture keessaa | 25 Mar 2026
2026/07/13
Qophii gabaabduu kana keessatti, Gaazeexaa "Birhaaninnaa Selaam" gubbaatti bara 1932 keessatti ololla mootummaa Jimmaa diiguufu oofama turte irraa haga tokko wolyayyaadachiifna. Dhihaadhaa!
Ep. 288 Mootiin Itoophiyaa "Duula Hormuuz Bansiisuuf Humna Bahaaraafi Komaandoo Erguuf Qophii"Jadhe | 22 Mar 2026
2026/07/09
Qophii kana keessatti; Kuubaafi rakkoo keessa jirtu,Torban kana Lola Ameerikaa-Israael Iiraan irraatti gaggeessaa jiran irraa odeessa ijoo,Warri Baido'a(South West Somalia) mootummaa Moqaadishoorraa of kutuusaani,Humni Waraanaa Faransaayi Keeniyaa seenuusaatifi gabaasa biroo kana fakkaatan kanbiraas gabaabsaan.Dhihaadhaa!
Ep. 287 Intalaa Hiikaa Takbiiraa(Allahu Akbar !Jachuun) Himaa Jiruu, Duubaan Boombiini Dhuka'e | 14 Mar 2026
2026/07/06
Kurfii gabaabdu kana gubbaatti: lola aduunyaa amma gaggeefamaa jirurfiFilmaata 7ffaa Itoophiyaan gaggeessuuf deemturraa yaada gabaabdu.Dhihaadhaa!

Podcast reviews

Read ILMAORMAA podcast reviews


5 out of 5
11 reviews
★★★★★
Ysn BA 2023/04/05
Dhugaa ragaa baha
I have been addicted to listening to this podcast since the first time I saw it. The host has outstanding conversational skills and knowledge about th...
★★★★★
16113Spring 2023/01/21
Genetic engineering
It is very interesting and educational topic as to we’re the modern science community is heading forward generously by providing solutions for every p...
★★★★★
A27-7A 2021/01/18
Jabaadhaa
Matadure neo-liberal kana bal’inaan ibsuu keessaniif galatomaa. Barumsa heddu irraa baraneera.
check all reviews on apple podcasts

Podcast sponsorship advertising

Start advertising on ILMAORMAA relevant audience podcasts


What do you want to promote?